Ispoortii

Ispoortii

Falmii xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa…

Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa har'a Arjentiinaa fi Ispeen gidduutti taasifamu ni eegama. Morkiin Shaampiyoonaa Addunyaa Arjentiinaa fi Shaampiyoonaa Awurooppaa Ispeen gidduutti har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee Istaadiyeemii Niiwuu Jeersiitti taasifamu hawwiin eegama. Shaampiyoonaan yeroo 3…
Read More...