Ispoortii
Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu mirkaneessa- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii ammayyaa magaalaa Keenyatti hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu irra deebiin mirkaneessuuf carraa uuma jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii ijaaraman magaalichi taateewwan Ispoortii idil-addunyaa…
Read More...
Tapha Maanchistar Siitii fi Arsenaal….
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 33ffaan taphni har’a galgala Maanchistar Siitiifi Arsenaal sa’aatii 12:30 irraa eegalee taphatan haalaan eegama.
Waggoota sadan darban dorgommiiwwan liigichaa sadarkaa…
Itoophiyaan Dorgommii Atleetiksii Idil-addunyaa Sadarkaa ‘Warqee’ Qopheessuuf Filatamte
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Itoophiyaan dorgommii atleetiksii idil-addunyaa dhaabbanni Atleetiksii Addunyaa (World Athletics) sadarkaa 'Warqee' kennuuf akka qopheessituuf filatamteetti.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Dorgommiin Finfinnee Giraandi Piriiksi injifannoo atileetota Itiyoophiyaan cimee itti fufeera
Finfinnee, Ebla 10, 2018(FMC)- Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii Finfinnee Giraand Piriiksi irratti injifannoo galmeessisuu cimsanii itti fufaniiru.
Dorgommii fiigicha meetira 1500 dubartootaan atileet Adaanuu Shaanqoo daqiiqaa 4:16.04n…
Dorgommiin Atleetiksii Guyyaa Tokkoo geggeeffame Maqaa Gaarii Itoophiyaa Irra deebiin Mirkaneesseera…
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, dorgommiin atleetiksii guyyaa tokkoo idil-addunyaa (Addis Ababa Grand Prix) maqaa gaarii Itoophiyaan damee atleetiksiitiin qabdu irra deebiin…
Dorgommii Atleetiksii Finfinnee Giraand Prii Fiigicha Meetira 3,000 Guufachiisaa Dhiiraatiin…
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Dorgommii atleetiksii Finfinnee Giraand Prii fiigicha meetira 3,000 guufachiisaa dhiiraatiin atleet Gamachuu Godaanaa tokkoffaa ba’uun xumureera.
Atleetichi fageenya kana xumuruuf daqiiqaa 8:35.83 akka…
Cheelsii fi Maanchisteer Yuunaayitiid…
Finfinnee, Ebla 10, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 33ffaan, taphni har'a Cheelsiin Maanchisteer Yuunaayitiid waliin taphatu akkaan eegama.
Gareen lameen hirmaannaa Shaampiyoonsii Liigii argachuuf imala taasisan…