Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingiliziin taphoonni torba ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliz torbee 12ffaan har'a taphoonni torba ni taphatamu.
Guyyaa sa'aatii 9:30 irratti tapha Cheelsiin dirree isaan alatti Baarnileey waliin taphatuun torbeen 12ffaa kan eegalu.
Qabxii 20'n sadarkaa 3ffaa irratti kan argamu Cheelsiin taphoota sadii walitti aansee mo'achuuf gara dirree…
Read More...
Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 2ffaa galmeessite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskileetii Afrikaa 19ffaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa warqee 2ffaa galmeessite.
Dorgommii daandirraa kiiloomeetira 64.5 dargaggoota guddattootaa gidduutti gaggeeffameen shamarraniin…
Ramaddiin moo’atanii darbuu gulaallii waancaa addunyaa biyyoota Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Ramaddiin moo'atanii darbuu gulaallii waancaa addunyaa biyyoota Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan ramaddii 1ffaan Xaaliyaan Aayerlaandi Kaabaa waliin, Weelsi ammoo Boosiiniyaa waliin ramadamaniiru.…
Itiyoophiyaan damee atileetiksiin beekamtii lama argatte
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan damee atileetiksiin Waldaa Atileetiksii Addunyaa irraa beekamtii lama argatteetti.
Itiyoophiyaan beekamtii kan argatte Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaa fi gumaacha atileet Abbaabaa Biqilaan…
Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Dorgommii guddattootaa kanaan Tsiggee Kaahaasaay tokkoffaa bahuun xumurteetti.
Tsiggee Kaahaasaay kiiloomeetira…
Piriimiyar liigichaan taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan har'a taphoonni lama ni taphatamu.
Guyyaa sa'aatii 9:00tti Bunni Sidaamaa fi Maqalee 70 Indartaan istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu.…
Sudaan Kibbaa 1 – 4 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan Kibbaa galchii 4 fi 1’n injifate.
Daawiit Kaasaan…