Ispoortii

Ispoortii

Seenegaal nuusa xumuraaf darbite

Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun Seeneegaal Sudaaniin galchii 3 fi 1’n injifachuun nuusa xumuraaf darbite. Taphni galgala kana sa’aatii 4:00 irraa eegalee Maalii fi Tuuniziyaan taphatan ni eegama. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf; Teelegiraama…
Read More...

Cheelsiin Leenjisaa isaa gaggessee

‎Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Cheelsiin leenjisaa isaa Inzoo Maareeskaan gaggeeseera. Boordiin Kilabichaa turtiin leenjisichaa ilaalchiisee walga’ii har’a gaggeesseen waliigalteen isaa akka addaan citu murteesseera. Hanga bara…

Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifate

Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Bunni Itiyoophiyaa…