Ispoortii
Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphata
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan har’a Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan Kibbaa waliin morkiin taasisaan ni eegama.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii (Jeedaloonni Diimtuun) Sambata darbe gita…
Read More...
Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa biyyoota adda addaatti fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan.
Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Naanjiingitti dorgomame Atileet Mastaawat Fiqiruun…
Itiyoophiyaan Ruwaandaa goolii 2 fi 0 injifatte
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Ruwaandaa goolii 2 fi 0 injifatteerti.
Daawwit Kaasaa fi Huuzayifaa Shaafii Itiyoophiyaaf goolii…
Tapha gulaallii Seekaafaa kallattiin Faanaa + siin
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) –Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa ‘Plus’ kallattiin tamsaasa.
Taphichi har’a waaree boodaa sa’aatii…
Tapha gulaallii Waancaa CECAFA umrii waggaa 17 gadii Faanaa + siin
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa Bahaa fi Giddugaleessaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa Plus kallattiin tamsaasa.
Taphichi guyyaa boruu sa’aatii 10:00 irraa…
Kiiliyaam Mbaapeen miidhaa isa mudate hordofee gara Maadriiditti deebi’e
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Darggeessi umrii waggaa 26 taphataan sarara fuuldaraa Faransaay Mbaapeen miidhama isa mudate hordofee gara Riyaal Maadriiditti deebi’eera.
Tapha Faransaay Yuukreen galchii 4 fi 0n injifatteerratti…
Shaggar 2 – 1 Dirre Dhawaa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dubartootaa torbee 6ffaan Shaggar Dirre Dhawaa injifate.
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Shaggar galchii 2 fi 1’n Dirre Dhawaa injifateera.
Shaggar taphoota 5…