Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoonni xumuraa mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’a halkanii fi boru gara barii taphatamu

Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Taphni mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa boru gara barii morkii Kolombiyaan Gaanaa waliin taasiftuun xumura argata. Har’a halkan sa’aatii 3:00 eegalee Awustiraaliyaan Ijipti waliin taphatti. Biyyoonni lamaan tapha michoomaa bara Faranjootaa 2010 waliin taphataniin Ijipti galchii 3 fi 0’n Awurtiraaliyaa…
Read More...

Kootdivuwaar vs Noorweey…

Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa morkiin har’a Kootdivuwaar Noorweey waliin taasiftu ni eegama. Biyyoonni lamaan morkiin har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee waliin taasisan hawwiin eegama.…

Neezarlaandis vs Moorookoo…

Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan morkiin Neezarlaandis Moorookoo waliin taasiftu ni eegama. Leenconni Atilaasii fi Warri Burtukaanaa halkan gara barii 10:00 eegalee waliin taphatu.…