Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee 12ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 12ffaa  bara hojii 5ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan gabaasa raawwii karooraa bara baajataa 2018 irratti ni mari’atamaan eegama.

Labsiiwwan garaagaraafi baajanni bara 2019 naannichaa mana marichaaf dhiyaachuun ni raggaasifamu jedhamee akka eegamus AMC’n gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment