Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Piriimeer Liigii Oromiyaan Ginciin Magaalaa Dambi Doolloo injifate
By
Sifen Megersa
on December 23, 2024
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 3ffaan Magaalaan Gincii Magaalaa Dambi Doolloo injifate.
Kilabni Magaalaa Gincii galchii 1 fi 0n Kilaba Magaalaa Dambi Doolloo injifateera.
#Oromia
#Ethiopia
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Harar bakka hawwata turizimii filatamaa taasisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran bu’a qabeessa- Obbo Teewoodiros Mihirat
Yaa’iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 15 – 18 gaggeeffama
BRICS dhimmoota Itiyoophiyaan hiika olaanaa kennituuf deeggaruun milkaa’ina dipiloomaasii biyya keenyaaf ragaadha – Dooktar Feetihii Mahidii
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 9ffaaf Badhaasa Daandii Qilleensaa filatamaa Afrikaa injifate
Oromiyaatti hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 9.6 ol midhaan gosa adda addaan uwwifame
Damee barnootan dhaloota faayidaa biyyaalessaa kabachiisu horachuuf hojjetamaa jira – Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Ayyaana Tokkummaa, Araaraa fi Nageenyaa – ‘Yaahoodee’
Comments
(0)
Add Comment