Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Adeemsi filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’aa ture jedhe Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Itiyoophiyaa.
Filannichi karaa nagaa fi tasgabbii qabuun xumuramuutti akkaan gammaduu ibse.
Garaagartee fi rakkoolee jiran karaa diimokiraasiin furuuf nageenyii fi tasgabbiin filanicharratti mul’ate cimee itti fufuu akka qabu Manni marichaa waamicha dhiyeesseera.
Qaamoleen nageenyaa, Paartileen Siyaasaa fi lammiileen Itiyoophiyaa filannichi karaa nagaan akka filatamu gumaacha taasisan dinqisiifateera.
#Oromia #Ethiopia