Ajandaa 8ffaan Yaa’ii Marii Biyyaalessaaf dhiyaatu maal hammata?

Ajandaa 8ffaa – Ijaarsa Nageenyaa

8.1 Sababoota waldhabdee fi karaalee itti hiikan

8.2 Walitti bu’iinsaa fi Garee hidhate ilaalchisee

8.3 Bu’uuralee Nageenya Waareessuu

8.4 Beekumsa aadaan waldhabdee hiikuu,cimsuu fi walitti makamuu ammayyaa

8.4.1 Beekumsa Aadaa fi bu’uura Seeraa

8.4.2 Dhimma Aaraa fi Dhiifamaa

8.4.3 Waliigalteewwan dhukaasa dhaabuu fi Nageenyaa

8.4.4 Haqa Ce’umsaa

8.5. Adeemsa ijaarsa nageenyaa keessatti gahee dhaabbilee amantaa

Comments (0)
Add Comment