Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) – Barataa Bariisaa Shuleen Koorsiwwan 48 A+ fiduun Yuunivarsitii Dambii Doolloorraa Meedaaliyaa Warqee fi Waancaan eebbifame.
Bariisaa Shuleen damee barnootaa Elektirikaaliifi Kompiyuuter Injiineriingiitiin Koorsiwwan 62 keessaa 48 A+, 12 A fi 3 immoo A- fiduun qabxii waligalaa 3.98 ‘n eebbifame.
Qormaata gahumsa Ogummaa (Exit Exam) ammoo dhibbarraa 92 galmeessuun eebbifamu OBN gabaasera.
#Oromia #Ethiopia