Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun mudamoota dura taa’ota koreewwan dhaabbii caffee mirkaneesse.
Akkasuma mudama itti aantoota koreewwan dhaabbii raggaasiseera.
Mudamtoonni kunneenis caffee fuulduratti sirna kakuu raawwataniiru.
Siifan Magarsaatu gabaase.