Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin mari’atan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, guyyaa har’aa Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin dhimmoota damee hedduurratti mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.