Dooktar Abiy Ahimad misooma kooriidarii haaraafi Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo daawwatan

Finfinnee, Adoolessa 27, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad misooma kooriidarii haaraafi Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo daawwatan.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Miseensota Mana Maree Paartii Badhaadhinaa waliin ta’uun ganama har’aa misooma kooriidarii haaraafi Inxooxxoo hanga Pilaazaa Araat Kiiloo daawwachuu ibsan.

Jijjiiramni dinqisiisaan kun kutaalee magaalaa keenya keessatti hojjetame keessaa isa tokkodha jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo:

www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment