Du’aan boqochuu Amiira duraanii Quwaataar hordofee Dooktar Abiy Ahimad gadda isaanitti dhagahame ibsan

Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Du’aan boqochuu Amiira Quwaataar Sheek Hamad bin Kaliifaa Al-Tahaniin hordofee Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad gaddi isaanitti dhagahamuu ibsaniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsa gaddaa dabarsaniin, Amira Sheek Taamiim Biin Al-Taanii akkasumas uummataafi mootummaa Kuwaataariif jajjabina hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment