Ispoortii
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaan har'a taphni Ijiptii fi Afrikaa Kibbaa gidduutti taphatamu ni eegama.
Waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Angoolaan Zumbaabewee waliin falmatti.
Tapha darbeen Zumbaabeween Ijiptiin, Algoolaan ammoo Afrikaa Kibbaan injifatamuun kan yaadatamuudha.
Sa'aatii 12:00 jalqabee…
Read More...
Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatame
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaa har'a taphatameen Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatameera.
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Hawaasaa galchii 2 fi 1'n Magaalaa Shaggar injifateera.…
Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa Yuuniivarsiitii Jimmaatti gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa mata duree "Ispoortiin Daneessummaafi Beekumsaaf" jedhuun Amajjii 9- 24/2018’tti Yuuniivarsiitii Jimmaatti gaggeeffama.
Qophii…
Nageellee Arsii 1 – 0 Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan Nageellee Arsiin Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii injifate.
Nageellee Arsiin galchii 1 fi 0’n Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii injifateera.…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 irraa eegalee Burkiinaa Faasoon Ikkuwaatoriyaal Giinii waliin ni taphatu.…
Dimookiraatik Rippaablikni Koongoon Beeniin injifatte
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaa marsaa jalqabaan Dimookiraatik Rippaablikni Koongoo Beeniin galchii 1 fi 0’n injifatteetti.
Ramaddii kanaan Senegaal Bootiswaanaa waliin sa’aatii galgala sa'aatii…
Tapha waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 irraa eegalee Rippaabiliikin Dimookiraatawaa Koongoon Beeniin waliin ni…