Ispoortii
Baarseeloonaan Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessise
Finfinnee, Hagayya 26, 2018( FMC)- Kilabni Ispeen Baarseeloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraaziil Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessisuu ifoomseera.
Baarseeloonaan jijjiirraa taphatichaaf Paawundii miiliyoona 8 fi kuma 600 baaseera.
Gabreel Jeesuus waliigaltee hanga bara faranjootaa 2029’tti Baarseeloonaa isa tursiisu…
Read More...
Baarkoolaan Liiverpuuliif mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Liiverpuul taphataa sarara fuulduraa Biraandilii Baarkoolaa PSG irraa mallatteessifachuu beeksise.
Lammiin Faransaay kun waggoota shanan itti aananiif Kilaba Marsiisaayid keessa turuuf…
Har’a falmiin Astoon Viilaa fi Arsenaal gidduutti taasifamu ni eegama
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 2ffaan morkiin har’a halkan Astoon Viilaan Arsenaal waliin taasisu ni eegama.
Shaampiyoonaan bara darbee Arsenaal tapha torbee jalqaban Koovantarii…
Baarseloonaan Gaabri’eel Jiisas Arsenaal irraa mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’e
Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) — Kilabni Ispeen Baarseloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraazil Gaabri’eel Jiisas, Arsenaal irraa mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’eera.
Baarseloonaan taphataa kanaaf kaffaltii jijjiirraa paawundii…
Maanchister Yuunaayitiid injifannoo isaa jalqabaa milkeessuuf
Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) – Sagantaa Pirimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a taphoonni afuri ni taphatamu.
Haaluma kanaan galgala sa’aatii 12:30 irratti Maanchister Yuunaayitiid dirree isaa Ooltraafoordiitti Ippiswiich…
Atileet Addisuu Goobanaa Maaraatonni Siidiniitti Riikkardii fooyyessuun injifate
Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC)- Atileet Addisuu Goobanaa Maaraatonni Siidiniitti Riikkardii ture fooyyessuun injifateera.
Dorgommii Maaraatoonii marsaa 24ffaaf dorgomame kanaan Atileet Addisuu Goobanaa sa'aatii 2:04:42n galuun…
Tootenhaam yeroo 2ffaaf walitti aansuun injifatame
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 2ffaan Tootenhaam Niwuukaasiliin injifatameera.
Tapha galgala kana sa’aatii 1:30 eegalee taphatameen Niwuukaasiil galchii 2 fi 0’n Tootenhaam injifateera.…