Ispoortii
Bukaayoo Saakaan torbanootaaf dirreerra ni fagaata
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Jifataan sarara fuulduraa Arseenaal Buukaayoo Saakaan sababa miidhaan torbanoota afuriif dirreerraa akka fagaatu ifoomeera.
Buukaayoo Saakaan tapha Arseenaaliifi Liids Yuunaayitid gidduutti sanbata darbe taphatamee irratti miidhamuun dirree keessaa bahuun isaa kan yaadatamudha.
Saakaan taphichaan…
Read More...
Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2017(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Evertan Biraayitaniin goolii 2 fi 0’n injifateera.
Tapha biraan Kiristaal Paalaas Nootiingaam Foorest waliin tokko qixa baheera.
Taphni Maanchistar…
Tapha Piriimer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni sadii ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 18,2017(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan guyyaa har'aa taphoonni sadii ni taphatamu.
Maanchister Yunaayitid galgala sa'aatii 12:00 irratti Kiraavan Kooteej irratti Fuulhaam waliin ni taphata.
Kana…
Zihaabii Aloonsoon carraa hiriiruu kan dhorkate Roodirgoo
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Leenjisaan Zihaabii Aloonsoo Saantiyaagoo Bernaabaawu erga dhaqanii eegalee taphataan urjii Biraaziil Roodirgoon carraa taphaa dhabeera.
Taphataan sarara fuula duraa kun kanaan dura wayita Riyaal…
Taphni har’a Maanchiister Siitiin Tootinhaam waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC)- Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a taphoonni 5 ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan har’a Sa’aatii 8:30 irratti Maanchiister Siitiin Tootinhaam Hootispaar waliin taphatu ni eegama.…
Leenjisaa Masaay Tafariin taphattoota 26’f waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Hagayya 13,2017 (FMC)- Leenjisaan garee kubbaa miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Masaay Tafarii tapha gulaallii waancaa Addunyaaf taphattoota 26'f waamIcha dhiyeessaniiru.
Waaliyaawwan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa…
Maanchiister Yuunaayitiid 0 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee jalqabaa har'a taphatameen Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifate.
Tapha Istaadiyeemii Olditiraafoorditti taphatameen galchii tokko Kaalaafooriin…