Ispoortii
Atileet Yoomif Qajeelchaa simannaa kabajaan simatame
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Atileet Yoomiif Qajeelchaa Istaadiyeemii Riivart Pileet, ‘Eel Moonumentaal’ jedhamutti addatti simannaa kabajaan simatameera.
Atileet Yoomif Qajeelchaan dorgommii walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa, Bonas Aayirasitti gaggeeffame daqiiqaa 56 fi sekondii 51 keessatti xumuruun riikardii addunyaa haaraa…
Read More...
Cheelsii vs Fuulhaam…
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) - Piriimeer Liigii Ingiliiz bara dorgommii 2026/27 torbee jalqabaan cheelsiin dirree isaan ala imaluun Fuulhaam waliin eegala.
Kilaboonni lamaan yeroo gannaa leenjistoota haaraa muuduun, bara dorgommii…
Maanchister Siitii 2- 1 Boornimaawuz
Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Tapha torbee jalqabaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Boornimaawuziin galchii 2 fi 1 injifateera.
Tapha biraan shaampiyoonaan liigii Awurooppaa bara darbee Aston Viilaan Biraayitaniin…
Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatooniin riikardii haaraa galmeessise
Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa Boonas Ayirasitti dorgomame injifateera.
Atileet Yoomiif Qajeelchaa dorgommicha daqiiqaa 56 fi sekondii 51’tti xumuruun…
Haal Siitii Maanchister Yuunaayitiid waliin….
Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) – Pirimeer liigii Ingiliiz bara dorgommii 2026/27’n sagantaan torban jalqabaa har’as itti fufa.
Taphni liigichaa kaleessa galgala Arsenaalii fi Kooventrii Siitii gidduutti taasifameen kan eegale yoo…
Arseenaal 3–0 Kooventrii Siitii
Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) — Tapha Piriimer Liigii Ingilaandi haaraa eegale bara 2026/27'n tokko jedhee daandii kan eegale shaampiyoonaan bara darbee Arsenaal, kilaba ol-guddataa Koveentirii Siitii 3 fi 0'n injifachuun imala isaa…
Arsenaalitti kanan makame waancaa injifachuuf – Ezrii Koonsaa
Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Arseenaal Ezrii Konsaa Aaston Viillaa irraa mallatteessiseera.
Taohataan umrii waggaa 28 Koonsaan erga Arseenaalif mallatteessee booda yaada kenneen, “Asitti kanan argame mo’achuuf; waancaawwan…