Ispoortii
Morkii kilaboota Landan har’a Cheelsiin Arsenaal keessummeessu
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 13ffaan taphni har'aCheelsiin Arsenaal keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Kilaboonni lamaan Olaantummaa Magaalaa landan irratti qaban kabachiisuun ala qabxii argamu Addunyaan hawwiin eega.
Jibbiinsa walii hin qaban Waancaa Piriimiyerliigii anis nan…
Read More...
Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har’a taphataman …
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Baankiin Daldalaa Maqalee 70 Indaartaa waliin, Hadiyyaan ammoo Aarba Minci Waliin qixa bahaniiru.
Tapha har'a waaree booda taphatameen Midira…
Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera.
Arsenaal galchii 3 fi 1'n Baayerni Muunik injifateera.
Taphoota biroon PSVn…
Itiyoophiyaa 1 – 0 Keeniyaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gulaallii Waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Keeniyaa injifatte.
Galchii Daawwiit Kaasaan galcheen Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Keeniyaa injifachuun…
Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi 1’n Machaal…
Gulaallii Waancaa Seekaafaan har’a Itiyoophiyaan Keeniyaa waliin taphatti
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Keeniyaa waliin morkiin Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti gaggeessu ni eegama.
Gareen lamaan ramaddii ‘A’…
Adaamaa 1- 0 Bahiir Daar
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 7ffaan Magaalli Adaamaa Bahiir Daar injifateera.
Adaamaan galchii Abbubakir Saaniin daqiiqaa 75ffaarratti lakkoofsiseen magaalaa Bahiir daar galchii 1 fi…