Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalan

Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Leenjisaan kubbaa miilaa lammiin Ingiliz Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalaniiru. Ga’eessa umrii waggaa 41 kan ta’an Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigaluu BBC’n gabaaseera. Leenjisichi yaada kennaniin “kilaba shaampiyoonaa addunyaa ta’e leenjisuuf carraan argadhe ofirra hin dabarsu”…
Read More...