Ispoortii
Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa bahe
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa baheera.
Magaalaan Hawaasaa galchii 2 fi 0’n Itiyoo Elektirik injifateera.
Taphni Midira Gannat Shiree fi Madin Itiyoophiyaa gidduutti taphatame ammoo galchii…
Read More...
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan tapha har’a Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa keessummeessuun eegalamu.
Har’a taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’uu, waaree booda sa’aatii…
Ispoorteessaa jiminaastikii biyya isaa bakka bu’ee Olompikii irratti hirmaachuuf mul’ata…
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Ispoorteessaa fi dorgomaan Jiminaastikii, barataan Yuunivarsiitii Jimmaa Dirribaa Toleeraa feestiivaala ispoortii barattoota Yuuniivarsiitiiwwan Itiyoophiya irratti yeroo gaarii dabarsaa jira.…
Tapha ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Taphoonni ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu.
Kaayiraat, Silaaviyaa Piraag, Viyaariiyaal fi Ayintiraafiraankfart dorgommicha keessaa kan gaggeeffaman yoo…
Nageellee Arsii 1- 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 17ffaan Nageellee Arsiin Buna Sidaamaa injifate.
Nageellee Arsiin galchii 1 fi 0’n Buna Sidamaa injifateera.
Daawwiit Tafarraan daqiiqaa 90+4’…
Paatiriik Doorguu baatiiwwan 2 oliif dirreerraa ni fagaata
Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Taphataan Maanchistar Yuunaayitid Paatiriik Doorguun sababa miidhamaan baatiiwwan 2 oliif dirree irraa ni fagaata jedhame.
Tapha Maanchistar Yuunaayitid fi Arseenaal tibbana taphatan irratti kan…
Arsenaal 2 – 3 Maanchiister Yuunaayitiid
Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaa har'a taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal injifateera.
Taphni torbee 23ffaa akkaan eegamaa ture kun galchii 3 fi 2'n olaantummaa Maanchiister…