Ispoortii
Maanchister Yunaayitid Saabaah FK waliin
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a taphoonni 6 ni gaggeeffamu.
Shaampiyoonsii Liigii Awurooppaa yeroo sadii kan mo’ate Maanchister Yunaayitid bara dorgommii kana keessatti tapha isaa jalqabaa garee Azarbaajaan Saabaah FK waliin ni gaggeessa.
Yunaayitidonni waggoota dorgommii lama booda…
Read More...
Arsenaal Naappoolii injifate
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoota jalqabaa Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa irratti, Arsenaal Naappoolii 1-0n injifateera.
Arsenaaliif galchii injifannoo Maartin Oodegaardi lakkoofsiseer
Tapha biraatiin, shaampiyoonaan…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 magaalota 7 keessatti taphatamu – Waldicha
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemoota magaalota 7 keessatti argamanitti taphatamu jedhe Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa.
Haaluma kanaan Istaadiyeemii…
Taphni har’a Naappooliin Arsenaal, Liiverpuul ammoo Atileetikoo Maadriid keessummeessan ni eegamu
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Naappooliin Arsenaal, Liiverpuul ammoo Atileetikoo Maadriid keessummeessan ni eegamu.
Har’a galgala sa’aatii 1:45 eegalee Baarseloonaan – Feyenoord,…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa har’a eegalu
Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa har’a eegaluun morkiin Riyaal Maadriid Intermiilaan waliin taasisu ni eegama.
Har’a taphoonni 6 kan taphataman yoo ta’uu halkan sa’aatii 4:00 jalqabee…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Guddattoota umurii 17 gadii magaalaa Shaggar olaantummaa magaalaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018(FMC) - Waldorgommiin Atileetiksii Guddattootaa Umurii 17 gadii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar guyyoota shaniif geggeeffamaa ture xummurame.
Dorgommii kanarratti kutaaleen magaalaa salganuu qooda kan fudhatan yoo…