Ispoortii
Waancaa Addunyaan morkiin har’a Noorweey fi Faransaay Waliin taasisan ni eegama
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 23ffaa taphoota ramaddii marsaa 3ffaan har’a morkiin Noorweey – Faransaay,akkasuma Seeneegaal – Iraaq waliin taasisan ni eegamu.
Biyyoonni dursanii marsaa moo’anii darbuuf gahuu isaanii mirkaneeffatan lamaan Noorweeyii fi Faransaayi morkiin har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee taasisan ni…
Read More...
Taphoonni marsaa 3ffaa Waancaa Addunyaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Siwiizarlaandi Kaanaadaa waliin taasiftu ni eegama.
Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waliin qopheessan oolmaa guyyaa 14 isaan har’a…
Ingiliiz vs Gaanaa…
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a morkiin Ingiliiz Gaanaa waliin taasiftu ni eegama.
Tapha kana dursee halkan sa’aatii 2:00 eegalee Poorchugaal Uzbeekistaan waliin taphatti.
Tapha jalqabaan…
Joordaan 1 – 2 Aljeeriyaa
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC) - Tapha waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Aljeeriyaan Joordaan injifatte.
Aljeeriyaan galchii 2 fi 1'n Joordaan injifachuun carraa tapha moo'anii darbuuf gahuu qabdu bal'ifatte.…
Waancaa Addunyaa 23ffaa…
Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan erga eegalee har’a guyyaa 12ffaa isaati.
Hanga ammaatti taphoonni 40 taphatamaniiru.
Galchiiwwan 121 gareewwan…
Taphoonni Waancaa Addunyaa 23ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 12ffaan har’a taphoonni eegaman ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:00 eegalee Arjentiinaan…
Taphoonni Waancaa Addunyaa 23ffaan har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 11ffaan har’a taphoonni eegaman ni taphatamu.
Morkiin har’a Ispeen – Saa’uud Arabiiyaa, Beeljiyeem…