Ispoortii
Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatte
Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatteetti.
Dorgommii xumuraa fiigicha meetira 800 dubartootaan atileet Misgaanaa Haayiluu dursummaan xumuruun Itiyoophiyaaf madaaliyaa warqee lammaffaa argamsiisteetti.
Haaluma walfakkaatuun utaalchoo olee dubartootaan…
Read More...
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan Itiyoophiyaan Madaaliyaa Warqee Jalqabaa Argatte
Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti.
Dorgommii xumuraa meetira 400 dubartootaan atileet Ajaa'ibaa Aliyyuu dursummaan xumuruun Itiyoophiyaaf madaaliyaa…
Buna Sidaamaa 0 – 1 Hadiyyaa Hosaa’inaa
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 32ffaan har'a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa'inaan Buna Sidaamaa injifateera.
Tapha waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii…
Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi ifooman
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 ifoomaniiru.
Haaluma kanaan Deeviid Raayyaa, Gabreel Magaaleeshii fi Deeklaan Raayiis Arsenaalirraa,Eerliing Haalaandii fi…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 32ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Buna Sidaamaa Istaadiyeemii Finfinneeetti Hadiyyaa Hosaa'inaa…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan dorgommiin fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan dorgommiin fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a galgala sa’aatii 3:25 irraa eegalee gaggeeffama.
Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa oolmaa guyyaa…
Qophaa’ummaa Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa keessummeessuuf qabdu…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan qophaa’ummaa ‘Shaampiyoonshiippii Altimeet’ 2028 fi Shaampiyoonaa Addunyaa 2031 keessummeessuuf qabdu hoggantoota Federeeshinii Atileetiksii Idil-addunyaaf mirkaneessiteetti.
Ministirri…