Ispoortii

Ispoortii

Morkii Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu…

Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu ni eegama. Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegalee falmiin kilaboota laman gidduutti godhamu xiyyeeffannoo argateera. Waaree booda sa'aatii 11:00 jalqabee Sandarlaandi Maanchiister Yuunaayitiid, Biraayitan -…
Read More...

Baayerni Muunik vs PSG…

Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama. Taphni marsaa jalqabaa olaantummaa shaampiyoonaa bara darbee PSG’n kan xumurame…