Manni Maree Bulchiinsa magaalichaa yaa’ii idilee gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’icharratti Kantiibaa Adaanech Abeebeen gabaasa raawwii karoora hojii bara baajatichaa dhiyeessaa jiru.

Manni Marichaa gabaasa raawwii karoora bara 2018 fi kallattiiwwan xiyyeeffannoo bara 2019 irratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

Yaa’ichaan cinaattis agarsiisni suuraa hojii mana marichaa waggoota 5 agarsiisu banameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment