Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC)- Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera.

Manni marichaa ajandaalee qabaman raggaasisuun marii isaa eegaluun ibsameera

Manni Marichaa qaboo yaa’ii, yaa’ii 1ffaa qorachuun kan raggaasisu yoo ta’u, ajandaalee yaa’ichaan raggaasiserratti murtoo ni dabarsan kan eegamu ta’uu ragaan Mana Marichaarraa argame ni mul’isa.

Comments (0)
Add Comment