Obbo Adam Faaraah ergaa Ayyaana Masqalaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 16, 2019(FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti, Itti gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pirezidaantii Itti Aanaan paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Obbo Adam ergaa isaniin hordoftoinni amantaa Kiristaanaa hundi baga ayyaana Damaraa fi Masqalaan isin ga’e jedhan.

Ayyaanichi kan nagaa, kan fayyaa fi jaalalaa akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment