Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Kaffaloo Tafarraa Ittaanaa Pireezidaantii fi Caffeetti bakka bu’aa mootummaa taasisuun moggeesera.
Obbo Kaffaloo Tafarraan miseensota caffee fuulduratti sirna kakuu raawwataniiru.