Obbo Muusxafee Mahaammad Pireezidaantii Naannoo Somaalee ta’uun moggaafaman

Finfinnee, Fulbaana 21, 2019(FMC)- Manni Maree Naannoo Somaalee Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Muusxafee Mahaammad Pireezidaantii Naannichaa gochuun moggaaseera.

Comments (0)
Add Comment