Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Burundii fi Dura Taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Eevaariistin Nidaayishimiyeen Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammadanii dabrsaniiru.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa injifachuu isaanii hordofee Pireezidaanti Eevaariistin Nidaayishimiyeen ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
#Oromia #Ethiopia