Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa galan

Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna dhagaa bu’uuraa kaa’uu Buufata qulqullessa Boba’aa Lamuuratti hirmaachuuf Keeniyaa galaniiru.

Comments (0)
Add Comment