Ispoortii

Ispoortii

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa…
Read More...

Itiyoophiyaa 0 – 3 Ugaandaa

Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota gulaallii waancaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraan Itiyoophiyaan Ugaandaan injifatamte. Ugaandaan galchii 3 fi 0'n Itiyoophiyaa injifachuun Taanzaaniyaatti aanuun waancaa…