Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Naayjeeriyaan walakkaa Xumuraaf dabarte

Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorookoon geggeeffamaa jiruun tapha nuusa xumuraan Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2 fi O'n injifatteetti. Galgala sa'aatii 1:00 irratti tapha taphatameen galchiiwwan Viiktor Osmeen fi Akoor Addaamsi lakkoofsisaniin Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2-O'n injifachuun walakkaa…
Read More...

Morookoo 2-0 Kaameeruun

Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Moorookoon Kaameeruuniin galchii 2 fi 0'n >njifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarteerti. Tapha sa'aatii 4 irraa eegalee taphatame…