Ispoortii
Ramaddiin dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa gadii 23 ba’e
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Ramaddiin dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii ifoomeera.
Tapha Kubbaa miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Adooleessa 10,2013 eegalee Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffamuuf ramaddiin biyyoota hirmaatanii ifoomeera.
Ityoophiyaa, Eertiraa fi Burrundiin…
Read More...
Aministii Intarnaashinaal dabalatee dhaabbileen idila addunyaa arrabsoo sanyummaa taphattoota…
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Aministii Intarnaashinaal dabalatee dhaabbileen idil addunyaa fi Muummeen Ministiraa Ingilaandi arrabsoo sanyummaa taphattoota kubbaa miilaa bifaan gurraachaa garee biyyaalessaa Ingilaand irra ga’e…
Xaaliyaaniin Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taate
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Xaaliyaaniin Ingiliiz injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taateerti.
Tapha xumuraa Istaadiyeemii Weembileeyitti halkan edaa taphatameen Xaaliyaaniin rukkuttaa adda bahiinsaan Ingiliiz…
Adaamaa, Abbaa Jifaarii fi Walqixxeen Priimeyar Liigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffatan
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bara dhufu kilaboonni naannoo Tigraay Priimeyar Liigii Ityoophiyarratti kan hin hirmaanne ta'uu isaaniitiin kilaboonni bara darbe Priimeyar liigii Ityoophiyaa keessa gadi bu'anii turan gara Priimeyar…
Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Shaampiyoonaa taate
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) –Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Biraaziil goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa taateerti.
Gareen Biyyaalessa Arjentiinaa waggoota 28 booda yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa ta'eera.…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Ingiliizii fi Xaaliyaaniin xumuraaf ga’an
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingiliiz Deenmaark injifachuun tapha xumuraaf dabarteerti.
Ingiliiz Deenmaark 2 fi 1n injifachuun Xaaliyaanii waliin waancaaf darbuu ishee…
Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegale
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegaleera.
Hojii haaromsichaa eegaluufis torbee lama dura waliigalteen taasifamee turuun isaa ni yaadatama.
Bu’uuruma waliigaltichaanis hojiin haaromsa…