Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan dorgommiin fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a gaggeeffama Ayana Dheressa May 13, 2026 0
Ispoortii Qophaa’ummaa Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa keessummeessuuf qabdu… Ayana Dheressa May 13, 2026 0
Ispoortii Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigii Saa’udii ta’uufi Sifen Megersa May 12, 2026 0
Ispoortii Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan gaggeeffame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan Jaappaan Kaasaamaatti gaggeeffame. Dorgommii kanaan Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Dhiiraan Atleet Abiyoot Abinatti yoo injifatuu, dubartootan Atleet Itaalammahu Sintaayyoo mootee jirti. Fiigichicha… Read More...
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa…
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…