Ispoortii

Ispoortii

Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifate

Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Bunni Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0’n Machaal injifateera. Diivaayin Waachuukuuwaan galchii Bunni Itiyoophiyaa ittiin injifate…
Read More...

Arsenaal 4 – 1 Astoon Viilaa

Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 19ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa isaa cimsate. Arsenaal galchii 4 fi 1'n Astoon Viilaa injifateera. Taphoota biroon…