Ispoortii
Kootdivuwaar vs Noorweey…
Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa morkiin har’a Kootdivuwaar Noorweey waliin taasiftu ni eegama.
Biyyoonni lamaan morkiin har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee waliin taasisan hawwiin eegama.
Yeroo jalqabaaf har’a kan waliin taphatan biyyoonni kunneen marsaa itti aanutti darbuuf morkii cimaa…
Read More...
Neezarlaandis vs Moorookoo…
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan morkiin Neezarlaandis Moorookoo waliin taasiftu ni eegama.
Leenconni Atilaasii fi Warri Burtukaanaa halkan gara barii 10:00 eegalee waliin taphatu.…
Morkii Biraaziil Jaappaan waliin taasiftu…
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan morkiin har’a Biraaziil Jaappaan waliin taasiftu ni eegama.
Har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee Biraaziil Jaappaan waliin taphatti.
Biyyoonni lamaan kana…
Taphoota waancaa addunyaa mo’anii darbuu 32…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaafi Meeksiikoon taphatamaa turan xumurameera.
Ramaddii isaaniirraa biyyoonni sadarkaa 1ffaafi 2ffaan xumuran kallattiin…
Shaampiyoonaan kubbaa miilaa bulchiinsa magaalootaa Godina Jimmaa xumurame
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaan mata duree"Ispoortiin ol ka'iinsa biyyaaf" jedhuun torban lamaaf geggeeffamaa xumurameera.
Maggalootni 34 dorgomicha irratti kan hirmaatan yoo ta'u, diiziyoona 1ffaan magaalaan…
Taphoonni Waancaa addunyaa har’as itti fufuun ni taphamu
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) – Taphoonni ramaddii Waancaa Addunyaa marsaan xumuraa har'as itti fufuun ni taphamu.
Halkan sa'atii 6:00 jalqabee Kirooshiyaan Gaanaa waliin, Panaamaan ammoo Ingilaandi waliin taphatu.
Ramaddii kana…
Nageellee Arsii 2 – 0 Baankii Daldala Itiyoophiyaa
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 37ffaan Nageellee Arsii Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa injifate.
Nageellee Arsiin galchii Barakat Waldeen daqiiqaa 43ffaarratti rukkuttaa adabbii fi…