Ispoortii
Baankii Daldala Itiyoophiyaa 1 – 3 Madin Itiyoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 5ffaan Madin Itiyoophiyaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera.
Tapha har’a waaree booda s’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Madin Itiyoophiyaan galchii 3 fi 1’n Baankii Daldala Itiyoophiyaa injifateera.
Taphoota…
Read More...
Naatnaa’el Hagos Ispoortii Wushu’n Xumuraaf Darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Taphoonni Olompikii Dargaggootaa bara 2026 Seeneegaal, magaalaa Daakaaritti gaggeeffamaa jiru.
Dorgommiiwwan kana irratti Itiyoophiyaa bakka bu'uun kan hirmaate Naatnaa'el Hagos gara tapha…
Arseenaal dursummaa Liigichaa fudhachuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2019 (FMC)- Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan har’a taphi Liiverpuul Arseenaal waliin taasisan xiyyeeffannoo argateera.
Haaluma kanaan har’a galgala Sa’aatii 1:30 irratti Liiverpuul dirree…
Maanchiister Siitii 0 –1 Biraayitan
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 9ffaan Biraayitan Maanchiister Siitii injifate.
Tapha galgala kana sa’aatii 12:00 eegalee taphatameen Biraayitan galchii 1 fi 0’n Maanchiister…
Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifateera.
Cheelsiin galchii 2 fi 0’n Maanchiister Yuunaayitiid injifate.
Shaggar 1 – 2 Nageellee Arsii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaan morkiin darbii Oromiyaa olaantummaa Nageellee Arsiin xumurameera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii…
Kiristiyaanoo Roonaaldoo – Galma Galchiiwwan 1000
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2019 (FMC) – Taphataan beekamaan lammii Poortugaal, Kiristiyaanoo Roonaaldoon, galchiiwwan oomishuu ammas itti fufeera.
Taphataa cimaa Badhaasa Baaloon D’or yeroo hundaa jedhamee kan filatame Kiristiyaanoo…