Ispoortii
Maanchiister Siitii 3 – 1n Boornimaawuuz
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) - Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffate.
Siitiin galchii 3 fi 1n Boornimaawuuz injifateera.
Tapha biroon Kiristaal Paalaas galchii 4 fi 2n Woolviis injifateera.
#Oromia…
Read More...
Morkii Maanchiister Siitiin hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf taasiisu
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) – Tapha qixxeessituu torbee 37ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiziin falmiin har’a Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz waliin taasiisu ni eegama.
Kilaboonni lamaan har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalanii waliin…
Arsenaal 1 – 0 Niwuukaasiil
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Niwuukaasiil injifateera.
Kana hordofee Arsenaal hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii argachuu mirkaneeffateera.…
Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii Itiyoophiyaa torbee 30ffaan Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa galchii 2-0’n injifateera.
Tapha Istaadiyaamii Yuuniivarsiitii Hawaasaatti sa’aatii 9:00 irratti taphatame…
Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatteetti.
Atileet Madiinaan dorgommicha daqiiqaa 30 fi sekondii 42 galuun yoo injifattu, Atileet Gooyitatoom…
Taphni Arsenaaliifi Niwukaasil Yuunaayitid ni eegama
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni Arsenaal Niwukaasil Yuunaayitid waliin har’a galgala sa’aatii 12:30 irratti taphatu ni eegama.
Tapha kana dursee sa’aatii 10:15’tti Nooteenghaam…
Kiristaal Paalaas yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’e
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Kiristaal Paalaas Maanchiister Siitii injifachuun yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Waancaa FA ta'eera.
Paalaas galchii 1 fi 0n Maanchiister Siitii waancicha fudhateera.