Ispoortii
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) - Waancaa Addunyaa 2026 irratti Noorweey Biraaziiliin mo'achuun gara nuusa xumuraatti dabarteetti.
Seenaa Waancaa Addunyaa keessaatti si'a shan shaampiyoonaa kan taatee Biraaziil Noorweeyiin 2 fi 1n injifatamtetti.
Noorweey seenaa ishee keessatti yeroo jalqabaaf gara nuusa xumuraatti dabarteetti.…
Read More...
Biraaziil fi Norweey; Ingilaand fi Meeksikoo
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 qopheessummaa waloo Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikootiin gaggeeffamaa jiruun, taphoonni gara nuusa xumuraatti darbuuf geggeeffaman har'as itti fufuun ni taphatamu.
Yeroo shan…
Taphoonni xumuraa mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’a halkanii fi boru gara barii taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Taphni mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa boru gara barii morkii Kolombiyaan Gaanaa waliin taasiftuun xumura argata.
Har’a halkan sa’aatii 3:00 eegalee Awustiraaliyaan Ijipti waliin taphatti.…
Poorchugaal Kirooshiyaa injifachuun 16tti makamte
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu waancaa addunyaan Poorchuugaal Kirooshiyaa 2fi1'n injifachuun kudha ja'anitti makamteetti.
Kiristaanoo Roonaaldoo rukuttaa adabbiin, Goonsaaloo Raamoos ammoo taphaan…
Poorchugaal ,Kirooshiyaa – Ispeen Ostiriyaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa gaggeeffamaa jiruun taphi mo’anii darbuu har’as itti fufee taphatama.
Halkan sa’aatii 4:00 irratti Ispeen Ostiriyaa waliin ni taphatti.
Halkan sa’aatii 8:00 irratti…
Ingilaandii tapha marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee,Waxabajjii 24, 2018 (FMC) – Tapha mo’anii darbuu Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Ingilaandii DR Koongoo injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte.
Ingilaandi galchii 2 fi 1’n Rippaablika Diimokiraatawaa Koongoo…
Paaraaguwaay guyyaan Waancaa Addunyaan Jarman itti injifatte ayyaana biyyaalessaa akka ta’u labsite
Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan Paaraaguwaay guyyaan Jarman itti injifatte ayyaana biyyaalessaa akka ta’u labsite.
Paaraaguwaay osoo hin eegamne shaampiyoonaa yeroo 4 Jarman injifachuun…