Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii jalqabaa marsaa 4ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota garaagaraa dhiyaatan raggaasiseera.
Haaluma kanaan:-
1.Dooktar Ahimaddiin Mahaammad Hojii Gaggeessaa Olaanaa Mana Qopheessaa magaalaa Finfinnee,
2. Aadde Liidiyaa Wandimmuu Hoggantuu Biiroo Bulchiinsa fi Nageenyaa,
3.Injinar Ayaalnash Habtamaariyaam Hogganaa Biiroo Dizzaayinii fi Hojiilee Ijaarsaa,
4.Aadde Tsiyoon Darajjee Qindeessituu Hirmaannaa Hawaasaa fi tajaajila tola ooltummaa,
5.Injinar Hiyiwaat Tsaggaayee Hoggantuu Biiroo To’annoo fi eeyyama ijaarsaa,
6.Aadde Fiqirtee Abarraa hoggantuu Biiroo Teeknikaa fi Ogummaa,
7.Aadde Ziyaad Kamiil Hoggantuu Biiroo Misooma Magariisummaa,
8. Obbo Girmaa Seeyifuu Hogganaa Biiroo Misooma Indaastirii,
9.Obbo Biiniyaam Mikiruu Hogganaa Biiroo Galiiwwanii,
10.Obbo Muluqan Taarikuu Hogganaa Biiroo Kominikeeshinii
11.Aadde Habiibaa Siraaj Hoggantuu Biiroo Daldalaa,
12.Dooktar Zalaalam Mulaatuu ;-Hoggaanaa Biiroo Barnootaa,
13.Obbo Awwalee Mahaammad Umar Hoggaanaan Biiroo Innooveeshinii fi tTeeknooloojii
14.Dooktar Tafarraa Mollaa Hoggaana Biiroo Geejjibaa.
15.Injiinar Ayishaa Mahaammaad,Komishinara Komishinii Invastimantii
16.Injinar Heelan Gammadaa, Hoggantuu Biiroo Misooma Manneenii.
17.Aadde Li’iiltii Giday –Hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa.
18.Obbo Tasfaayee Dajanee Hogganaa Biiroo Haqaa
19.Obbo Assagidew Waldagoorgiis Hogganaa Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii.
20.Obbo Malaakuu Taammiruu ,Hogganaa Biiroo Misooma Lafaa,
21.Dooktar Yohaannis Caalaa hogganaa Biiroo Fayyaa taasisuun muudera.
#Oromia #Ethiopia