Obbo Muubashir Duubaadiin Af-Yaa’ii Mana Maree Naannoo Somaalee ta’uun moggaafaman

Finfinnee, Fulbaana 21, 2019(FMC)- Manni Maree Naannoo Somaalee Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Muubashir Duubaadiin Af-Yaa’ii Mana Maree naannichaa taasisuun moggaasseera.

Injinar Hasan Abdiin ammoo Ittaanaa Af-Yaa’ii Mana Maree naannichaa ta’uun moggaafamaniiru.

Comments (0)
Add Comment