๐ญ๐ผ๐ผ๐ป๐ถ๐ถ ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ด๐ฑ๐ฒ๐ฒ ๐๐ฑ๐ฑ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ฎ: ๐๐๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฌ๐ ๐๐ด๐ฒ๐ฟ๐ฒ๐ฒ ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ด๐ฑ๐ฒ๐ฒ ๐๐ณ๐ฟ๐ถ๐ธ๐ฎ๐ฎ
Finfinnee, Ebla 5,2018(FMC) – Gadaan akka ๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐จ๐ ๐ ๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐-๐ซ๐๐๐๐tti beekamtii argachuun isaa olguddina caasawa bulchiinsaafi mallattoo birmadummaafi ceโuumsa dinagdee keenyaati jedhan Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa.
Obbo Shimallis ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Beekamtiin Boordii Invastimantii Itiyoophiyaa irraa dhiheenya kana argame, Gadaan dirree invastimantii tarsiimaโoo baldhinni, qophaaโummaafi humni ceesisummaa isaa sadarkaa olaanatti mirkanaaโe taโuu kan agarsiisu ta’uu eeraniiru.
Guutuun ergaa isaanii akka kanatti aanutti dhiyaateera:
๐ญ๐ผ๐ผ๐ป๐ถ๐ถ ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ด๐ฑ๐ฒ๐ฒ ๐๐ฑ๐ฑ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ฎ: ๐๐๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฌ๐ ๐๐ด๐ฒ๐ฟ๐ฒ๐ฒ ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ด๐ฑ๐ฒ๐ฒ ๐๐ณ๐ฟ๐ถ๐ธ๐ฎ๐ฎ
Gadaan akka ๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐จ๐ ๐ ๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐-๐ซ๐๐๐๐tti (Multi-Sectoral Special Economic Zone) beekamtii argachuun isaa olguddina caasawa bulchiinsaa qofa miti; mallattoo birmadummaafi ceโuumsa dinagdee keenyaati. Beekamtiin Boordii Invastimantii Itiyoophiyaa irraa dhiheenya kana argame, Gadaan dirree invastimantii tarsiimaโoo baldhinni, qophaaโummaafi humni ceesisummaa isaa sadarkaa olaanatti mirkanaaโe taโuu agarsiisa. Gadaan dirree dinagdee tarsiimooโlafa, buโuuraalee misoomaa, imaammataafi carraalee gahumsa invastimantii qindaaโaa iddoo tokkootti walitti fiduun isiniif dhiyaatedha.
๐๐ฎ๐น๐ฑ๐ต๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ถ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ง๐ฎ๐ฟ๐๐ถ๐ถ๐บ๐ผ๐ผ: ๐ฆ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ถ๐น๐ถ๐๐ผ๐ผ๐ป๐ฎ ๐ญ๐ฏ๐ฌ
Caalmaan Gadaa baldhinaafi argama isaa irraa jalqaba. โMootummaan Magaalaaโ (City-State) lafa hkt. kuma 24 irra qubate kun, uwwisa baldhaa sirnakkoon dinagdee sektara-danuu barbaadu kan guutudha. Finfinnee irraa km 65 qofa fagaatee argamuun isaa; koriidora Itiyo-Jibuutii waliin kallattiin walitti hidhamuun isaa; daandiin saffisaa (expressway) Buufata Xayyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu waliin walqunnamsiisu karoorfamuun isaa; Buufata Doonii Goggogaa Mojootiin olloomuun isaa Gadaa wiirtuu sektara-danuu Afrikaa Bahaa kan taasisudha. Kun invastarootaaf gabaa biyya keessaa nama miliyoona 130 ol ofkeessatti qabate tajaajiluuf carraa addaa kan uumudha.
๐ฆ๐ฒ๐ธ๐๐ฎ๐ฟ-๐๐ฎ๐ป๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ: ๐ฆ๐ถ๐ฟ๐ป๐ฎ๐ธ๐ธ๐ผ๐ผ ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ด๐ฑ๐ฒ๐ฒ ๐๐๐๐๐๐
Gadaan paarkiilee indastirii xiyyeeffannoo qeenxee qaban irraa caalmaa guddaa qaba. Akka sirnakkoo dinagdee sektara-danuutti โ indastirii maanifaakchariingiifi kurfeessa qonnaa (agro-processing), zoonii daldala bilisaa, paarkiilee โICTโfi saayinsii, akkasumas misooma magaalaa ammayyaa (smart city) qindoomaan hammateera.
Magaalaan ammayyaa kun misooma ijaarsa manneenii (real-estate) sadarkaa olaanaa, iddoowwan jireenyaafi bashannanaa ofkeessatti hammata. Kunis invastimantiin isaa buโuuraalee misoomaa qofaan osoo hintaane, mijatummmaa jireenyaafi dandeettii ogummaa (talent attraction) idil-addunyaa hawwachuun kan deeggaru taโuu mirkaneessa. Gabaabumatti, zoonichi bakka itti omishti, teknoolojiin, jireenyi, daldallifi leecalloon walhumneessuun sirnakkoo dinagdee guutuu ijaaranidha.
๐ญ๐ผ๐ผ๐ป๐ถ๐ถ ๐๐ฎ๐น๐ฑ๐ฎ๐น๐ฎ ๐๐ถ๐น๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐บ๐ฒ๐ฒ: ๐ฆ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐๐ฎ๐น๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฑ๐ถ๐น-๐๐ฑ๐ฑ๐๐ป๐๐ฎ๐ฎ
๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐
๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐, Gadaa gara Buufata Addunyaalessaatti kan ceesisedha. Daldalli bilisaa ceโuumsa tarsiimaโoo sirna gibira irratti hirkaterraa gara sirna omisha jajjabeessutti taasifamudha. Lumeetti dandeettiin keenya baayโina gibira saassaabneen osoo hintaane guddina sonaa (value addition) mirkaneessineen safarama.
Omishni Gadaatti warshaaleeffame tokko, karaa hammattoowwan โ๐ช๐ถ๐ด๐ฌ๐บ๐จโfi โ๐จ๐๐ช๐ญ๐ป๐จโ, Afrikaa guututti โlammummaa dinagdeeโ (economic citizenship) gonfata. Gadaan daandii invastaroonni handhuura Oromiyaa irraa kaโanii, qaraxaafi daangeffama baayโinaa (quota) tokko malee gabaa magaalota gurguddoo Afrikaa ittidhaqqabanidha. โCOMESAโn ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐. 640 hammatudha. โAfCFTAโn gama isaatiin naannawa gabaa bilisaa guddicha idil-addunyaa ummata ๐๐๐. 1.3โfi hundumtaa omisha waliigalaa (GDP) ๐ผ๐บ๐ซ ๐๐๐๐๐. 3.4 qabuudha.
๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ฎ: ๐ช๐ถ๐ถ๐ฟ๐๐๐ ๐ฆ๐ถ๐ฟ๐ป๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ๐ป๐๐ถ๐ถ ๐ฆ๐ต๐ผ๐ธ๐ผ๐ธ๐๐ฎ ๐๐ถ๐ป๐พ๐ฎ๐ฏ๐ป๐ฒ
Zooniin kun wiirtuu sirna faayinaansii (fiscal sandbox) dandeettii olaanaa qabudha. Meeshaalee kaappitaalaa, ijaarsaafi maashinoota qaraxa irraa bilisa taasisuun gufuuwwan kaappitaalaa kaffaltii waliin walqabatan maqseera. Akkasumas galteewwan omishaa, keessumaa kanneen omisha al-ergiitiif oolan qaraxa irraa bilisa taasisuun isaa baasii omishaa daran kan hirdhisudha. Meeshaaleefi tajaajiloota daangaa gumurukaa (customs territory) keessaa gara zoonichaatti galan VAT irraa bilisa (zero-rated) gochuun deeggara. Invastaroonni sharafa alaa argatan guutumatti ofharka akka tursiisan, โakkawuntiiโ sharafa alaa akka sochoosan, akkasumas gurgurtaa biyya keessaa sharafa alaan akka kaffalchiisan mirga seeraa guutuu kenneefira.
Buโaafi qooda buโaa (dividends) guutummaatti biyya alatti erguu (repatriation) dhorka tokko malee hayyamameera. Kaffaltiiwwan al-galchii (offshore payments) kallattiin heeyyamuun, cancala daldala idil-addunyaa siโoomsaa jira. Tarkaanfiiwwan kunniin Gadaa wiirtuu dorgomtummaan gatii sadarkaa idil-addunyaatti ittin olkaโu, gufuun hojii itti xiqqaatufi buโaan invastimantii itti ariifatu taasisu.
๐ช๐ฎ๐ฏ๐ถ๐ถ ๐ฆ๐ฒ๐ฒ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ป๐ถ ๐๐ถ๐ป๐๐ฟ๐ฟ๐ฒ
Gadaan invastarootaaf onnachiiftuu qofa osoo hintaane, eegumsa seeraa cimaa dhiyeessera. Invastaroonni biyya alaa, ‘shariika’ biyya keessaa malee abbummaa qabeenyaa guutuu (%100) qabaachuu dandaโu. Abootiin qabeenyaa zoonichaa mirga abbaa qabeenyummaa guutuu heera biyyaa, duudhaa invastimantii biyyaalessaa, labsiifi dambii Gadaatiin tikfamu qabu. Dabalataanis, waldhabdee invastimantiif โICSIDโ, inshuraansii invastimantiif โMIGAโ akkasumas mirga kalaqaaf โWIPOโ jalatti eegumsa seera idil-addunyaa argatu. Kunis wabii amanamummaa zoonichaa kan mirkaneessudha.
๐ค๐ผ๐ฝ๐ต๐ฎ๐ฎโ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ ๐๐โ๐๐๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ ๐ ๐ถ๐๐ผ๐ผ๐บ๐ฎ๐ฎ: ๐๐ฎ๐ฟโ๐ฎ ๐ข๐บ๐ถ๐๐ต๐ฎ๐๐๐ถ ๐๐ฎ๐น๐ฐ๐ต๐๐ ๐๐ฎ๐ป๐ฑ๐ฎโ๐ฎ
Giddu-galawwan invastimantii hedduu keessatti buโuuraaleen misoomaa gufuuwwan tajaajila gufachiisaanidha. Gadaan dhimma kana akka dabalataatti osoo hintaane akka utubaa ijootti waan ilaaleef duursee qophaaโe.
๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐: Buufanni anniisaa humna olaanaa (MW 200)โfi tiraanisfoormaroonni ammayyaa omisha maanifaakchariingii gosa kamuu sochoosuuf oolan qophaaโoo taโaniiru.
๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐: Boollawwan bishaanii gadi fagoo 10 sekondii tokkotti liitira 740 burqisiisaan, kuusa bishaanii โmeter cubeโ 5,000โfi saaphanni ujummoo km 21 guutummaatti xumurameera.
๐บ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐: Yeroo ammaa daandiiwwan asphaaltifi cirrachaa sochii marsaa duraa siโoomsan akkasumas anniisaa aduutiin ifan hojjetamanii tajaajilaaf banaa taโaniiru. Akka waliigalaatti saaphana daandiifi sarara baaburaa hidhamiinsa keessofi alaa dhugoomsan karoorfamaniiru.
๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐: Lafa hkt. 2.6 irratii mankuusaan sadarkaa isaa eege, lafa hkt. afur irratti ammoo gabaafi dhaabbii konkolaataa (car market and parking) ijaaruun tajaajilaaf qophii taasisaa jirra. Akkasumas gamoo bulchiinsa gabaa bilisaa ijaarsisuurratti argamna.
Akka waliigalaatti, Gadaan fuulduratti osoo hintaane harโaan tana sochii qabatamaaf qophii taโuu mirkaneessa jirra.
๐๐ผ๐ด๐ด๐ฎ๐ป๐๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ถ ๐ง๐ฎ๐ท๐ฎ๐ฎ๐ท๐ถ๐น๐ฎ ๐ค๐ถ๐ป๐ฑ๐ผ๐ผ๐บ๐ฎ๐ฎ (One-Stop Service)
Gadaan daandii mootummaafi invastaroonni ittiin walitti dhufan hundeerraa jijjiireera. Dhaabbilee tajaajilaa ijoo โ invastimantii, gumuruka, dhimma lammummaa, baankiifi tajaajilootaa biroo wiirtuu waaltaโaa (One-Stop Center) jalatti walitti qabeera. Iyyannoodhaa hanga heeyyama invastimantiitti guyyaa tokkotti xumuramuu dandaโa; hagam yoodheerate ammoo jiโa tokkoo ol hindeemu. Kun harkifannaa birokraasii invastara baasii dabalataafi qisaasama yerootiif saaxilu kan maqsuudha.
๐๐ฎ๐น๐บ๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐ง๐ฎ๐ฟ๐๐ถ๐ถ๐บ๐ฎโ๐ผ๐ผ: ๐๐ฎ๐ฟ๐ผ๐ผ๐ฟ๐ฎ ๐ช๐ฎ๐ด๐ด๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐ฆ๐ต๐ฎ๐ป๐ฎ๐ป ๐๐ต๐๐ณ๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ
Zooniin Dinagdee Addaa Sektara-Danuu Gadaa ๐ฒ๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ 35โ๐๐๐ dhufaniifi waggoota shan shaniin qoodaman qabatee sochoโaa jira. Yeroo dhihoo as ariitiin guddinna isaa nama dinqisiisa. Hanga bara 2017โtti invastaroota 19 qofatu simatame ture; yeroo ammaa ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐
๐๐-๐๐
๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ 50 ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐. 100 ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ simatamaniiru. Karoorri keenya waggoota shanan dhufanitti al-galchii bakka buusuufi al-ergiidhaan walumaagalatti ๐ผ๐บ๐ซ ๐๐๐. 5 ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ 35โ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ uumuudha.
๐๐๐ฑ๐๐๐ป๐ณ๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ถ ๐๐ต๐ฎ๐ฎ๐บ๐ฎ๐๐ฎ
Gadaan argama tarsiimaโaa, dhiyeessii lafa misoomaa baldhaa, qophaaโummaa sektara-danuu, buโuuraalee misoomaa sochii qabatamaa utuban, sirna faayinaansii bilisaa, eegumsa seeraafi sirna bulchiinsaafi kenniinsa tajaajilaa siโataan bakka buโa. Invastarootaa waamaa kan jiru, naannawa mijataa ijaarsa salphisu, sochii ariifachiisufi guddina fullaasu mirkaneesseti.
Zoonichi ummata keenyaaf karoora dinagdeetii oli. Buโuura ceโuumsa indastirii, daldalaafi tajaajilaati. Muldhata ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐ taโuu qabatee sochoโaa jira. Invastarootaaf dhaamsa ifa taโe qabna. Egereen keenya kan teenyee eegnu osoo hintaane, har’a irraa dhaabbannee karoora tarsiimaโoon kan ijaarrudha. Zooniin Dinagdee Addaa Sektara-Danuu Gadaa, iddoo gamtaan kaanee egeree kana itti dhugoomsinudha. MNO carraa kana harโa mijeessera. Koottaa modeela misooma indastirii, tajaajilaafi magaalaa naannoofi biyya keenyaa Gadaa waliin taanee haamurteessinu.
Tajaajilli dursaafi carraan daran gaarii kan dursa dhufeefi!