Browsing Category
Biiznasii
Bara baajataa 2018 oomisha albuudaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.7 ol argame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Bara baajataa 2018 oomisha albuudaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5 fi miiliyoonni 700 ol argameera jedhe Ministeerri Albuudaa.
Ministeerichi…
Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Walitti Hidhamiinsa Uummataa Cimsaa Jiru
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) - Fiixee Itiyoophiyaa tokkorraa gara fiixee biraa gahuuf guyyoota, torbanootaa fi ji'oota fudhachuun amma seenaa ta'eera; Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Itiyoophiyaan gurgurtaa elektirikaa irraa galii Doolaara miiliyoona 400 fi miiliyoona 77 argatte
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan bara baajataa 2018 gurgurtaa elektirikaa irraa galii Doolaara miiliyoona 400 fi miiliyoona 77 argatteetti jedhe Ministeerri Bishaaniifi…
Qonnaa Kilaastaraa Gara Dhaabbilee Bizinasii Qonnaatti Ceesisuuf Hojjetamaa Jira – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018(FMC) - Hojiin qonna kilaastaraa yaadama Ida'amuu irratti hundaa'uun qonnaan bultoota qabiyyee lafa xiqqoo qaban walitti gurmeessu, oomishtummaa damee qonnaa…
Faayinaansiin dijiitaalaa guddina dinagdee biyyaalessaatiif bu’uura haaraa kaa’eera
Aduunyaa ariifachiisaa har’aa keessatti, guddinni teeknoolojii akkaataa jireenya namootaa fi deemsa daldalaa sadarkaa ol’aanaadhaan jijjiiraa jira.
Maallaqaa callaa (kaashii) qabatanii…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 704 olii to’ataman- Komishinii Gumruukaa
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Komishiniin Gumruukaa Adoolessa 16-22, 2018’tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 4 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe.…
Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 57 argate
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 57 argateera.
Bara baajataa 2018…
Bara baajataa 2018tti xiyyaaroti imalaa haaraa sagal bitamaniiru – Obbo Mesfin Taasaw
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa xiyyaarota imalaa haaraa sagal bitamuu hojii raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasoo ibsan.…
Daandiin Qilleensichaa bara 2018 galii Doolaara biiliyoona 9.1 argate
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2018’tti galii Doolaara biiliyoona 9 fi miiliyoona 100 argate.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Garee…
Bara 2018 Daldala Al-ergiirraa galiin Doolaarri miiliyoona 600 ol argame
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) – Bara bajataa 2018tti oomishaalee dameeoomishaatiin gara alaatti ergaman irraa galiin doolaara Ameerikaa miiliyoonni 600 fi miliyoonni 7 argameera…