Browsing Category
Ispoortii
Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurameera.
Ispoortiin walooma ummatootaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Oromiyaa Shaampiyoonaa tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Oromiyaa kan Naannoo Kibba Itiyoophiyaa injifachuun Shaampiyoonaa ta’eera.
Garichi…
Adaamaan gara liigii olaanootti gadi bu’e
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Kilabni Kubbaa Miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa gara Liigii olaanootti gadi bu’e.
Bara 2017 Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan…
Oromiyaa 3 – 2 Amaaraa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gareen kubbaa miilaa dubartootaa Oromiyaa kan naannoo Amaaraa injifachuun tapha xumuraa Waancaaf darbe.
Gareen…
Oromiyaa 3 – 1 Tigraay
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Dhiiraa Oromiyaa kan Tigraay injifateera.
Tapha nuusa xumuraa har'a sa'aatii 7:30 irraa…
Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa Oromiyaan dursaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) –Dorgommii tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa dorgomamaa jiruun Naannoon Oromiyaa warqee hedduu walitti qabachuun dursaa jira.
Tapha Kubbaa Miilaa har'a…
Piriimeer Liigiin Ingiliiz bara 2025/26 torbeen jalqabaa Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaaliin…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC) – Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz bara 2025/26 ifoomeera.
Haaluma kanaan taphoota torbee jalqabaan Maanchisteer Yuunaayitiid Arsenaal…
Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen…
Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi bakka…
Taphni Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Taphni Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan har'a magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti eegala.
Taphni guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan…