Sagantichi tumsa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimsa- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC)- Sagantaan tumsaa Gamtaa hospitaalotaa Chaayinaa- Afrikaa tumsa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimsa jedhan Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Tola Ooltoonni Dhiiga arjooman
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti tola ooltoonni waqtii gannaa dhiiga arjoomaniiru.
Sagantaan sosochii tajaajila hawaasummaa Tola Ooltummaa Waqtii Gannaa magaalaa…
Faayidaa Qullubbiin Diiimaa fayyaa qaamaaf qabu
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC) - Qullubbii diimaa nyaata keessatti fayyadamuun fayyaa namaatiif faayidaa hedduu qaba.
Isaan keessaa:
1. Dandeettii ittisa dhibee ni cimsa –…
Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC)- Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna jedhan Ittaanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa.
Obbo…
Faayidaa Avokaadoon fayyaa namaaf qabu…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC) – Avokaadoon kudura faayidaa olaanaa qabu kan fayyaa dhala namaaf barbaachisaa ta’eedha.
Viitaminoota, albuudota garaagaraa fi wantoota qaamaaf…
Lammiileen Miliyoona 20 tajaajila tola ooltummaa Fayyaarraa ni fayyadamu
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC) - Ministirri Fayyaa Dooktar Maqidas Dhaabaa lammiileen miliyoonni 20 tajaajila lammummaa yeroo gannaa baranaa irraa fayyadamoo ni ta'u jedhan.
Koleejiin…
Ogeeyyiin Fayyaa arjooma ijaa guddisuuf…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC)- Tajaajila arjooma ijaa guddisuuf ogeeyyiin fayyaa hubannoo hawaasaa cimsuu irratti xiyyeeffatanii hojjechuu qabu jedhe Baankiin Ijaa Jimmaa.
Hogganaan…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Wiirtuu Addaa Tajaajila Fayyaa Hospitaala Raas Dastaa hojii eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Wiirtuu Addaa Tajaajila Fayyaa Hospitaala Raas Dastaa hojii eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanech…
Dandeettii Itiyoophiyaan damee fayyaan uumte beekamtii idil-addunyaa argateera- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Ejensii To’annoo Qorichaa Idil-addunyaarraa dandeettii ijaarsaafi to’annoo dameewwan faarmaasiyuutikaalaafi hospitaalaan argameef beekamtiin kennameera…
Galteewwan yaala fayyaa guutuuf mootummaan hojiilee hedduu hojjetaa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee,Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…