Oduu biyya keessaa Qormaataa fi Da’umsa Sifen Megersa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Barattoota Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachurratti argaman keessaa shamarran lama qormaatarratti daa'ima ofkalan. Barattoota qormaata…
Teeknooloojii Deeggarsan damee Fayyaa Itiyoophiyaaf taasisu cimseen itti fufa – Ejensii Anniisaa Atoomikii Sifen Megersa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Deeggarsan damee Fayyaa Itiyoophiyaaf taasisu cimseen itti fufa jedhe Ejensiin Anniisaa Atoomikii Idil Addunyaa. Daayrekterri Olaanaan Ejensichaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Waliigalaa Godina Arsii tarkaanfii bulchiinsaan Birrii miiliyoona 900 kaaznaa… Ayana Dheressa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Abbaan Alangaa Waliigalaa Godina Arsii bara 2017 tarkaanfii bulchiinsaan Birrii miiliyoonni 900 kaaznaa mootummaatti deebi’e jedhe. Waajjirri Abbaa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Piroojektoonni kumni 1 fi 886 Birrii biiliyoonaa 5.5 hojjetaman – Bulchiinsa… Sifen Megersa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Godina Jimmaatti Piroojektoonni kumni 1 fi 886 Birrii biiliyoonaa 5.5 hojjetaman tajaajilaa banaa ta’aa jiru jedhe Bulchiinsi godinichaa. Godina…
Oduu biyya keessaa Tika madaala uumamaaf falli jiru uumama araarfachuu qofa- MNO Tsehay Guluma Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC )- Addunyaa qormaata jijjiirama qilleensaan muddamaa jirtuuf falli biqiltuu dhaabuu; kan dhaabames ofiif jecha kunuunsuun madaala uumamaa tiksuudha jedhe…
Oduu biyya keessaa Gara ofiin of bulchuutti ce’uuf maddoota galii keessoo babal’isuurratti hojjetamaa jira –… Sifen Megersa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee gara ofiin of bulchuutti ce’uuf maddoota galii keessoo babal’isuurratti hojjechaan jira jedhe. Humnaa fi leeccalloowwan…
Oduu biyya keessaa Damee fayyaan teeknooloojiiwwan lubbuu baraaran guutuuf hojjetamaa jira- Obbo Tamsgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan damee fayyaan teeknooloojiiwwan lubbuu baraaran guutuuf hojjetamaa jira jedhan. Fooramiin…
Fayyaa Itiyoophiyaan tajaajila wal’aansa dhibee kaansarii babal’isaa jirti- Dooktar Maqdas Dhaabaa Ayana Dheressa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Itiyoophiyaan tajaajila wal’aansa dhibee kaansarii babal’isaa jirti jedhan. Fooramiin wal’aansa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017 boru eegala Ayana Dheressa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017 guyyaa boru eegala jedhe Biiroon Qonnaa Naannichaa. Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Olaanaa Ejensii Anniisaa Atoomik Idil-addunyaa Maariyaanoo Giroosii… Ayana Dheressa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Olaanaa Ejensii Anniisaa Atoomik Idil-addunyaa Maariyaanoo Giroosii waliin mari’ataniiru.…