Qulqullina Neetworkii fi tajaajilaa guddisuuf ni hojjetama – Fireehiwoot Taammiruu
Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin tarsiimoo waggoottan sadan itti aananii keessaa karoora hojii waggaa 2ffaa ifoomseera.
Tarsiimichaan lakkoofsa maamiltootaa…
Magaalichatti bara baajataa 2019’tti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob 20 ni banamu
Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob haaraan 20 bara baajataa qabametti ni banamu jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Masoob -Tajaajila saffisaa fi bu’a qabeessa ta’eef
Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Mootummaan Ida’amuu tajaajilli uummataaf kennamu saffisaa fi bu’a qabeessa akka ta’uuf, teeknooloojii akka meeshaa ijoo tokkootti fayyadamuun jijjiirama…
Imala Dijitaala Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Bara odeeffannoon saffisa olaanaadhaan babal’achaa jiruu fi addunyaan teeknooloojiin ganda tokko fakkaachaa jirtu kana keessatti, saffisni fi qophummaan…
Tajaajila Geejjibaa ammayyeessuufi nageenya tiraafikaa mirkaneessuuf teknooloojiwwan hojiirra oolaa…
Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC)- Tajaajila Geejjibaa ammayyeessuufi nageenya tiraafikaa mirkaneessuuf teknooloojiwwan garaagaraa hojiirra oolaa jiru jedhe Ejensiin Geejjiba Oromiyaa.…
Itiyoophiyaafi Raashiyaan tumsa damee teeknooloojiin qaban cimsuuf…
Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaafi Raashiyaan tumsa damee teeknooloojiin qaban cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Eevgeenii…
Imala Itiyoophiyaa Diijitaalaa: Ijaarsa Dandeettii Irraa Gara Birmaddummaa Biyyaatti
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Guddinni teknoolojii barichaa ariifataafi addaan hin cinne, bifa dorgommii dinagdee, hawaasummaafi hojii addunyaa haala olaanaan jijjiiraa jira.
Yaani…
Itiyoophiyaan teeknooloojii Hubannoo namtolchee irratti guddina jajjabeessaa galmeessaa jirti –…
Finfinnee, Hagayya 7, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan damee teeknooloojii Hubannoo Namtolchee fi jijjiirama dijitaalaa irratti guddinni galmeessaa jirtu jajjabeessaa ta’uu Itiyoophiyaatti…
Leenjichi nageenya sayibariif qooda olaanaa qaba- Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) –Leenjiin Kalaqa Saayibarii Waqtii Gannaa nageenyaafi birmadummaa saayibariif qooda olaanaa qaba jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya…
Tajaajila Masoob biyyoota Afrikaa biroon muuxannoon irraa fudhatamaa jiru…
Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Tajaajilli Mootummaa qindaa’aan Itiyoophiyaan kennitu biyyoota Afrikaa biroofis muuxannoon kan irraa fudhatamuudha jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan…